"Yeroo dheeraa booda qaamuma jireenya koo tahe, waa’eesaa yaaduu hin dhiisu. Isaan ala jireenya waanin qabu natti hin fakkaatu,’’ Giriis shamarreen ganna 20 lixa Ameerikaa jiraattudha. Nageenya ...